Waayee waldaa Aksiyoona Albuuda Waliif


Waldaan Aksiyoona Albuuda Waliif dhaabbata waloo industirii albuuda seektara mara ta'uun faayidaa abbootii aksiyoonaa isaanii fi fayyadamtoota industirii mirkaneessuun ,jijjiirama fi guddina hawaas dinagdee biyyaa keessatti shoora/ga'ee olaanaa qabaniin hundaa'ee warraaksa diinagdee cimaa taasisaa kan jiruudha. Kunis tookkoffaa irratti,hojiilewwan xuwaarsaa, qorannoo, fi oomisha albuudaa, bittaa fi gurgurtaa/rabsaa bu'aalee albuudaa, tajaajilawwan laabiraatoorii albuudaa,raabsaa meeshaalee ijaarsaa, al ergii fi galchii, akkasumas tajaajila gorsaa kennuuu fkk irratti cichee kan hojjatu yoo ta'u.
Lammaffaa irratti, Waldaan Aksiyoona Albuuda Waliif hojiilewwan michoomaa irratti abbootii qabeenyaa,yuuniyeeniwwan garagaraa,namoota dhuunfa, akkasumas daldaltoota dhuunfas ta'ee garee bakka tokkotti qindeessun hojiilewwan haala yeroorratti hundaa'an gabaa isaa qorachuun hawaasa tumsee hojjatee kan hojjisiisudha.

Walif minerals S.C. is The Mineral Joint Stock Company for All is a joint venture of the mining industry across sectors that has been established to ensure the benefits of their shareholders and industrial users, and play a major role in the transformation and socio-economic development of the country. This includes firstly, mining activities, exploration, and production of minerals, purchase and sale/distribution of mineral products, mining laboratory services, distribution of construction materials, export and import, and providing consulting services etc.
Secondly, the Mutual Mineral Joint Stock Company brings together entrepreneurs, various unions, individuals, as well as individuals and groups of businesses in one place to research its market based on the current situation and work with the community.






ዋልፍ ማዕድናት አ.ማ የባለአክሲዮኖቻቸውን እና የኢንዱስትሪ ተጠቃሚዎቻቸውን ጥቅሞች ለማረጋገጥ በተቋቋሙ ዘርፎች ሁሉ የማዕድን ኢንዱስትሪ የጋራ ሥራነው እና በአገሪቱ ለውጥ እና ማህበራዊ-ኢኮኖሚያዊ ልማት ውስጥ ትልቅ ሚና ይጫወቱ ይህ በመጀመሪያ፣የማዕድን እንቅስቃሴዎችን፣ምርቶችን ማሳለጥ እና የማዕድን ምርቶችን ማምረት፣መግዛትን እና ሽያጭ / ማሰራጨት፣የላቦራቶሪ አገልግሎቶችን መስጠት፣የግንባታቁሳቁሶችን ማሰራጨት፣ወደውጭመላክ እና ማስመጣት፣እና የምክር አገልግሎቶችን መስጠት ወዘተ ያካትታል፡፡
በሁለተኛ ደረጃ፣የጋራ ማዕድን የጋራ አክሲዮን ኩባን የሥራፈጣሪዎች፣የተለያዩ ማህበራት፣ግለሰቦች እንዲሁም በአሁኑ ወቅት ባለው ሁኔታ ላይ በመመርኮዝ እና ከማህበረሰቡ ጋር አብሮ ለመስራት በአንድቦታ የንግድ ድርጅቶች እና ቡድኖች አሰማርቶ ተጠቃሚ ማድረግነው፡፡

The photos of minerals are listed below:

Minerals

  

Facebook >        Telegram >