Leenjii

1. Qabeenya albuudaa adda addaa irratti hawaasa naannoo, dhaabbilee miti mootummaa fi mootummaaf hubannoo kennuu.
2. Hawaasa hunda tooftaalee sakatta'iinsa albuudaa, qorannoo fi qo'nnoo danda'amuu irratti leenjisuu.
3. Leenjii meeshaalee fi mala ji'ooloojii qabeenya albuudaa adda addaa.
4. Tajaajila laabraatoorii fi sooftiweerii.
5. Hojimaata ji'ooloojii kamiyyuu (kaartaa ji'ooloojii, ji'ookeemikaalaa, ji'oofiziksii fi qonnaa) hojjettoota xiqqaa, fi qooda fudhattootaaf.

Training

1. Giving awareness for local communities, non-government and governmental organizations on different mineral resources.
2. Training all communities on mineral reconnaissance, exploration and feasibility study techniques.
3. Training on geological tools and methods for different mineral resources
4. Laboratory service and software's.
5. Any geological procedures (geological mapping, geochemical, geophysical and drilling) for junior staffs, and stakeholders.





ስልጠና


1. ለአካባቢው ማህበረሰቦች፣ መንግሥታዊ ላልሆኑ እና መንግሥታዊ ድርጅቶች በተለያዩ የማዕድን ሀብቶች ላይ ግንዛቤን መስጠት፡፡
2. በማዕድን ፍለጋ፣ ፍለጋ እና የአዋጭነት ጥናት ዘዴዎች ሁሉንም ማህበረሰቦች ማሰልጠን።
3. ለተለያዩ የማዕድን ሀብቶች የጂኦሎጂካል መሳሪያዎች እና ዘዴዎች ስልጠና።
4. የላቦራቶሪ አገልግሎት እና ሶፍትዌር ፡፡
5. ለጀማሪ ሰራተኞች እና ባለድርሻ አካላት ማንኛውም የጂኦሎጂካል ሂደቶች (ጂኦሎጂካል ካርታ፣ ጂኦኬሚካል፣ ጂኦፊዚካል እና ቁፋሮ)፡፡




Facebook >        Telegram >