Share Information
Gatiin Aksiyoona tokkoo qarshii kuma tokko (1,000) yoo ta'u Aksiyoonni xiqqaan tokko (1) maallaqaan 1,000 (kuma tokko) Aksiyoonni guddaan 1,000 (kuma tokko) maallaqaan miliyoona tokko (1,000,000) ta'ee Hojii gaggeessuuf kan oolu 10%'n dabalataan kan kaffaltaan ta'a. Kaffaltiin aksiyoona bitamee guutuu yoo ta'u Waraqaan ragaa abbaa qabeenyummaa (share certificate) battaluma sanatti isiiniif kennama.
The price of one share is one thousand birr (1000). The smallest share is five (5), five thousand birr (5000) and the largest share is one thousand (1000), one million birr (1000, 000) and they pay together for operation including 10%. As soon as the share fee is paid, you will be given a certificate of ownership.
የአንዱ አክስዮን ዋጋ አንድ ሺ ብር(1000) ትንሹ አክስዮን አምስት(5) ሲሆን በብር አምስት ሺ(5000) ትልቁ አክስዮን አንድ ሺ(1000) ሲሆን በብር አንድ ሚሊዮን ብር(1,000,000) ሆኖ ለስራ ማስከጃ የሚውል 10% ጨምረውበት የሚከፍሉት ይሆናል፡፡ የአክስዮኑ ክፍያ ተከፍሎ እንዳበቃ ወዲያውኑ ባለበትነትን የሚያረጋግጥ የምስክር ወረቀት(share certificate) ይስጦታል፡፡