Ergama


1. Abbootii aksiyoonaa bu’a qabeessa taasisuu,daldaltoota fi ogeessota biyya keessaa jajjabeessuun waldaa waloo irratti hirmaachisuu ,albuuda barbaaduu, qorachuu,qoteebaasuufi, oomishuu, hubannoo albuudaa uuumuu, galtee industirii dhiyeessuu, oomishaalee albuudaa gabaaf dhiyeessuu,daldalaa jimlaa fi qinixxaaboo,alergii fi galchii, fi tajaajila biro irratti cimsee oomishaalee qulqullinaa fi si’a qabeessa ta’an dhiyeessuun bu’aa qooda fudhattootaa guddisuu.
2. Kaka'umsa hojjettootaa sadarkaa olaanaa mirkaneessuuf.
3. Ogummaa fi ogummaa barbaachisu guddisuuf bu'uura humna namaa cimsuu.
4. Dhiyeessii oomisha qulqullina qabu mirkaneessuun itti quufinsa maamiltootaa sadarkaa olaanaa eeguu.
5. Hubannoo hawaasaa uumun, hawaasni waldaa waloo keessattii qooda fudhachuun qabeenya waloo akka waliiin hirmaatanii bu'aa waliinii argatan mijeessuu.
6. Walitti dhufeenya hawaasummaa fi diinagdee biyyaa cimsuuf kallattii hundaan socha'uu.



Mission


1. Effective shareholders, encourage local traders and professionals to participate in joint ventures ,mineral exploration, study, extraction and, production, mineral awareness, supply of industrial inputs, marketing of mineral products, wholesale and retail trade, allergy and import.
2. To ensure high level of employees motivation.
3. To strengthen the human resource base for the development of the requisite skill and expertise.
4. To maintain high level of customer satisfaction by ensuring supply of quality products.
5. Create community awareness, facilitate community participation in collective associations to share common resources and share common benefits.
6. To work in all directions to strengthen the social and economic relations of the country.





ተልእኮ


ዋልፍ ማዕድናት አ.ማ የባለአክሲዮኖቻቸውን እና የኢንዱስትሪ ተጠቃሚዎቻቸውን ጥቅሞች ለማረጋገጥ በተቋቋሙ ዘርፎች ሁሉ የማዕድን ኢንዱስትሪ የጋራ ሥራነው እና በአገሪቱ ለውጥ እና ማህበራዊ-ኢኮኖሚያዊ ልማት ውስጥ ትልቅ ሚና ይጫወቱ ይህ በመጀመሪያ፣የማዕድን እንቅስቃሴዎችን፣ምርቶችን ማሳለጥ እና የማዕድን ምርቶችን ማምረት፣መግዛትን እና ሽያጭ / ማሰራጨት፣የላቦራቶሪ አገልግሎቶችን መስጠት፣የግንባታቁሳቁሶችን ማሰራጨት፣ወደውጭመላክ እና ማስመጣት፣እና የምክር አገልግሎቶችን መስጠት ወዘተ ያካትታል፡፡
በሁለተኛ ደረጃ፣የጋራ ማዕድን የጋራ አክሲዮን ኩባን የሥራፈጣሪዎች፣የተለያዩ ማህበራት፣ግለሰቦች እንዲሁም በአሁኑ ወቅት ባለው ሁኔታ ላይ በመመርኮዝ እና ከማህበረሰቡ ጋር አብሮ ለመስራት በአንድቦታ የንግድ ድርጅቶች እና ቡድኖች አሰማርቶ ተጠቃሚ ማድረግነው፡፡


MUL'ATA WAAW


Waldaan aksiyoona albuuda Waliif bara 2027tti dhaabbata albuuda qotee baasu, akkasumas qulqulleessee gabaaf dhiyeessu guddaa arguudha.


VISION OF WMSC

The Walif mining joint stock company sees a major mining company by 2027, as well as refining and marketing the minerals.

ራእይ

የወልፍ ማዕድን አ.ማ በ2027 አንድ ዋና የማዕድን ኩባንያ፣እንዲሁም ማዕድኖቹን በማጣራት እና ግብይት የሚያካሄድ ግዙፍ ካምፓኒ ሆኖ ማየት ነው፡፡

Facebook >        Telegram >