GATII IJOO WAAW


1. Hawaasaaf of kennuu.
2. Kabaja adda addummaa, hammatamuu hawaasummaa fi walqixxummaa.
3. Itti gaafatamummaa hawaasummaa, naannoo fi dinagdee.
4. Hojii dhaabbatichaa hunda irratti gahumsa qabaachuu.
5. Michoota adda addaa gidduutti abbaa aksiyoonaa jajjabeessuu.
6. Itti gaafatamummaa fi iftoomina mirkaneessuu.
7. Qorannoo ogummaawwan adda addaa albuudaa irrattii fi sochii dhaabbatichaa irratti gaggeeffamu guddisuuf waadaa galuu.
8. Tattaaffii keenya hunda keessatti qulqullina mirkaneessuu fi itti fufiinsa ijaaruu.



CORE VALUE OF WMSC


1. Commitment to society.
2. Respect for diversity, social inclusion and equity.
3. Social, environmental and economic responsibility.
4. Excellence in all activities of the company.
5. Encouraging shareholder among different partners.
6. Ensure accountability and transparency.
7. Commit to promote interdisciplinary research on mining and on the company's activities.
8. Ensure integrity and build sustainability in all of our efforts.





ዋና እሴት


1. ለህብረተሰቡ ቁርጠኝነት፡፡
2. የብዝሃነት፣ማህበራዊ ማካተት እና ፍትሃዊነት።
3. ማህበራዊ፣አካባቢያዊ እና ኢኮኖሚያዊ ኃላፊነት።
4. በኩባንያው ሁሉም እንቅስቃሴዎች የላቀ፡፡
5. በተለያዩ አጋሮች መካከል ባለ አክሲዮንን ማበረታታት፡፡
6. የተጠያቂነት እና ግልፅነት ማረጋገጥ፡፡
7. በማዕድን እና በኩባንያው እንቅስቃሴዎች ላይ ሁለገብ ምርምርን ለማስተዋወቅ ቃል ገብተዋል፡፡
8. በሁሉም ጥረታችን ውስጥ ታማኝነትን ማረጋገጥ እናዘ ላቂነትን መገንባት፡፡


Facebook >        Telegram >