KAAYYOO GOOROO WAAW


1. Gosoota Albuudaa Gara Garaa Seerri Heyyamu Xuwaarsuu,Qorachuu,Oomishuu Fi Qulqulleessun Gabaaf Dhiyeessuu.
2. Bittaa Fi Gurgurtaa Albuuda Garagaraa Keessatti Hirmaachun Gabaa Biyyaa Keessaa Fi Alaaf Dhiyeessuu.
3. Tajaajila Qorannoo Laabiraatoorii Kennuu.
4. Gorsa Albuuda Sadarkaa Hundaa Irratti Hojjachuu Fi Tajaajila Leenjii Kennuu.
5. Bishaan Qorachuu, Qulqulleessuu Fi Samsuun Gabaaf Dhiyeessuu.
6. Meeshaalee Ijaarsaa Hunda Gabaa Biyyaa Keessaf Rabsuu Fi Alaa Galchuu.



OBJECTIVE OF WMSC


1. Legally reconnaissance, exploration, producing and refining different types of minerals and marketing them.
2. Involvement in the purchase and sale of various minerals and supply to foreign and domestic markets.
3. Providing consultancy and training services in all aspects of mining.
4. Providing minerals laboratory service.
5. Studying, purifying and bottling water to market.
6. Domestic supply and import of building materials.





አላማ


1. በህግ የተፈቀዱ የተለያዩ የማዕድን ዓይነቶችን ማሰስ፣ ጥናት፣ ማምረት እና ማጣራት።
2. የተለያዩ ማዕድናትን በመግዛትና በመሸጥ በመሳተፍ ለአገር ውስጥና ለውጭ ገበያ ማቅረብ።
3. የማዕድን አማካሪ በሁሉም ደረጃዎች እና የሥልጠና አገልግሎቶች።
4. የላብራቶሪ ምርመራ አገልግሎቶች አቅርቦት፡፡
5. የውሃ ፍለጋ, ማጣሪያ እና ለገበያ መጣል፡፡
6. ለቤት ውስጥ ገበያ ሁሉንም የግንባታ እቃዎች ማከፋፈል እና ማስመጣት፡፡


Facebook >        Telegram >